1 Chronicles 29:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Miha hogeeyini mid'aasitu ch'ufaleeni mid'aasani, baase. Amma isani keesa eenuti garaa tokooni, fed'i ufiitini, AABBO Waaqa jed'e woi baasaa?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Meeshaa worri ogeeyyi'ii harkaan hojjataniinillee kenneera. Isin keessaa namni Rabbii arjumma'aan kennaa kennu eennu?» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
meya ogeessoti hujanu maraaf, ka worqi'iin hujamuuf worqii, ka meetii irraa hujamuuf meetii hin kenna. Maarre adha fedha ifiitiin ka Mootii Waan Maraatiif ifi woyyoonsu eennu ree?» jedhe.