1 Chronicles 29:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami d'akhaaye ch'uch'ulut'u qabuleeni Mana Waaqatii baase, duuba nami waan suni olkaye, Yehieli, ka gosa Lawi, balbala Gershoni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
worri booka qabu maruu Yihi'eelii Leewwicha gosa Geedsooniititti kennaa mana woyyu'uu akka ittiin ijaaru kennan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri dhakaa gatii guddo'oo qabanu, ka qabeenna Galma Waaqaa eegu Yehii'elii Geshoonichatti kennane.