1 Chronicles 29:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Biyyiti waan heddu garaa tokooni AABBO Waaqa baafte kana ch'ufa guddo iraa gammade, hayyu Daudileni waan suni ch'ufa guddo iraa gammade.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin waan fedha ufiitiin waan qaban kennaniif guddisanii gammadan; Daawitiillee guddisee gammade.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sooressitooti isaanii fedha ifiitiin, gadhaa tokkochaan Mootii Waan Maraatiif waan kenniteef, kolbaan gammadde. Mootichi Daawitille guddoo gammade.