1 Chronicles 3:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tunini ilmaani Daudi, ta gaafa inni Hebroni jiru d'alateefi maqaani worraa, aka worri woli gula d'alate gula, kana: Amnoni, ka haati isa Ahinoamu, ta dira Yezreeli. Danieli, ka haati isaa Abigaili, ta dira Karmeli. Absalomu, ka haati isaa Maaka, ta dubra hayyu Talmai ka Geshuri. Adonia, ka haati isaa Hagithi. Shefatia, ka haati isaa Abitali. Ethreamu, ka haati isaa Egla.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Daawitii biyya Keebrooniititti dhalatan kanniin fa'a; ka hangafaa Aminoon; ka lammeesso'oo Daani'eelii Akinaahoomii gosa Iyiziraa'eelii irraa dhalate, ka sadeesso'oo Maayikaa intala mootii Geeshurii ka Talmaayiin irraa dhalate Abeseloom; ka arfeesso'oo Adooniyaasii Aagittiin deette; ka shaneesso'oo Shafaaxiyaa Abixaal deette; ka jaheesso'oo Yitirahaamii Eegilaan deette.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmaan Daawiti yennaa Kebroon keessa jiru uumate, ta asii gad jirtu: ilmi angafichi Amnoon, ka Ahiino'aamii Yizre'elittii irraa uumate; ka lammeesso'oo Daani'el, ka Abigaayilii Karmelittii irraa uumate.