1 Chronicles 3:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yosiani ilmaani d'iira afuri qaba: Yohana, Yehoiakimu, Sedekia, Yoahazi,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen dhiiraa ta Iyyoosiyaasii ka hangafaa Yohaanaan, ka lammeesso'oo Iyyoo'aaqeem, ka sadeesso'oo Sedeqiyaasii fi ka arfeesso'oo Shaloomiin fa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmaan Yosiyaasii angafichi Yohaannaan; ka lammeesso'oo Yehoyaaqiim; ka sadeesso'oo Zedeqiiya'a; ka arfeesso'oo Shaalum.