1 Chronicles 3:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilmaani jaani tunini ch'ufti, gaafa Daudini Hebroni keesa ganna torbafi jia jaa lafa mohate, d'alateefi. Yerusalemu keesa inni ganna sodomi sadi lafa mohate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunniin maruu hennaa inni Keebroonitti woggaa torbaa fi ji'a jahaa bulche dhalataniif. Daawiti Yerusaalemiin keessa taa'ee woggaa soddomii sadihii bulche.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan jaan kun addee inni keessa tee'ee woggaa torbaa fi ji'a jaa bulchetti Kebroon keessatti isaaf dhalatane. Inni Yerusaalem keessa tee'ee woggaa soddomii sad bulche.