1 Chronicles 3:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
achiti ilmaani heduni d'alateefi. Niitiini isaa Bathsheba, ta dubra Amieli, ilmaani d'iira afuri d'alteefi. Shamua, Shobabu, Nathani, Solomoni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achitti ilmaan heddu argate; intalti Beersaabeehi mucattiin Aami'eelii Saamuus, Soobaab, Naataanii fi Solomooniin deette.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmaan inni Yerusaalem keessatti uumate ka asii gad jiranu: Shime'aa, Shobaab, Naataanii fi Solomoon; isaan arfan kana intala Amii'elii Baat-Sheebaa irraa uumate.