1 Chronicles 3:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ilmaani tana male, Daudini ilmaani d'ibi gaarayoota isaa iraa d'ale. Inni ammalle intala Tamari jed'ani toko qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanniiniin alallee ijoolleen Daawiti dubartoota mata gala itti galu irraa uumate ijoollee dhiiraa ta biraallee hin qaba; mucattii intalaa ta Timaar jedhamtee waamamtullee hin qaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmaan gursumeeyyi'ii adoo hin laakkowamin, isaan kun marti ilmaan Daawitii ti; obboleettiin isaaniille Taamaar.