1 Chronicles 4:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Yabeesini Waaqa Israeli yaamate waan jed'e, Ee Waaqa, na eebisi, lafa guddo ballo naa kenni, waan hamtu na gaargalcha ch'ufa naraa d'owi. Waaqileeni akasuma waan inni kad'ate suni ch'ufa guutefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaabeetsillee «Yabo'oo eebba keetiin na eebbisi; daangaa biyya kiyyaallee badhisi; harki keellee na woliin haa ta'u; akka hin gaddine waan hamaa irraa na eegi» jedhee Rabbii Waaqa Israa'elii kadhate; Rabbillee waan inni kadhate hin kenneef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaabez, «Maganne'ee, na eebbisi; lafa badhoolle naa kenni. Harki keeti na woliin jiraatuu ti; akka isiin farra natti hin finne waan hantuu irraa na eegi» jedhee, Waaqa Israa'elii gaafate. Waaqille waan inni gaafate isaaf kenne.