1 Chronicles 4:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eshtonini ilmaani d'iira sadi qaba: Beth-Rafa, Pasea, Tehina. Tehinani nama dira Nahashi jaare. D'alooti worra kana dira Reka keesa taa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eshetoonillee Beetiraafaa, Husa'eenii fi Tahinaa uumate; kunniin namoota Reegiiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eshtoon ilmaan sad: Betraafaa, Phaaseha'aa fi Tehiinaa uumate. Tehiinaan abbaa Ir-naahaashii ti. Isaan worra qachaa Reka'aa keessa le'e.