1 Chronicles 4:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Meonothai. Meonothaini abba Ofra. Serayaani abba Yoabu, ka abba bale hogeeyi, ka nami achi tau ch'ufti hogeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ma'oonotaayi Oofraa uumate; Sarayaanillee Iyyoo'aabii abbaa Geesheerii uumate; isaan worra ogummaa harkaa qabu tura.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Me'onotaayi, Ofraa uumate. Seraayaan, abbaa qachaa «Geharaashim » jedhamuu, ka worri hujii harkaa huju keessa le'u, Yo'aab uumate; Yo'aab Geharaashimi uumate; isaan kun worra hujii harkaa beeku waan te'aneef maqaa kanaan waamane.