1 Chronicles 4:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Shelani ilma Yuda, nami inni d'ale Eri, ka dira Lekea jaare; Laada, ka dira Maresha jaare; ammalle balbala worra woya boofta mid'aasu, dira Asbea keesa tau;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sheelaan ijoollee Yihuuda'aa keessaa tokko. Fiixaan isaa worra qachaa Leeka'aa ijaaran Eer, Laa'idaa qachaa Maareesha'aa ijaare, worra gosa qachaa Ashibe'a'aa keessa jiraatan ka uffata jirbii irraa fooyame hojjatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmaan Shelaa ilma Yihuda'aa: Abbaa Lekaa Eer, abbaa Maresha'aa La'aada'aa fi worra woyaa quncee talba'aa dansaa irraa hujante ta qachaa Bet-Ashbe'aatii keessatti hujuu,