1 Chronicles 4:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yokimufi worra dira Kozeba ke tau; ammalle Yoashifi Sarafi, ka nad'eeni gosa Moabu fuud'ani, duuba dira Bethlehemu qubatani. (Oduuni tunini waan duri duriti.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoo'aasii fi Saaraaf dubartoota gosa Mo'aabotaa ka qachaa Yooqimii fi Koozeebaa keessaa fuudhan Beeteliheemiin keessa jiraata'aa turan; (galmeen maati'ii kun ka duriiti.)
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoqiim, namoota qachaa Kozeba'aa, Yo'aasii fi Saaraaf ka Mo'aab bulche, Yaashub Lehem fa'a. [Barreeffam kun ka durii ti.]