1 Chronicles 4:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri kunini worra duri miha faara hayyuu mid'aasu. Worri dira Netaimutifi Gederati gala.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan hojjattoota worra mana mootumma'aa ijaaran ta'anii qachaa Naxaamii fi Gadeeraa jedhamanii waamaman keessa jiraata'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan kun worra faara dhowu ka qachaa Nexaayimiitii fi Gedera'aa keessa le'u. Isaan achi le'anee mooticha tajaajilane.