1 Chronicles 4:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Shimeini ilmaani d'iira kud'ani jaafi dubra jaa qaba, ammo oboleyaani isaa nami ilmaani heddu qabu injiru, tanaafi gochiti Simeoni haga gosa Yuda heddu intahini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Shimi'i ijoollee dhiiraa kudha jahaa fi ijoollee intalaa jaha uumate; obboleewwan isaa garuu ijoollee baay'ee hin uumanne; kanaafuu gofti Simoonii haga gosa Yihuuda'aa hin baay'anne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Shime'i ilmaan kudhanii jaa fi ijoollee durraa jaa uumate; obboleeyyan isaa ijoollee hedduu hin uumanne; firri isaanii martinuu akka kolbaa Yihuda'aa hin horre.