1 Chronicles 4:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haguma bara Simeonitifi haga bara hayyu Daudini lafa fide, worri d'aloota Simeoni kunini dira kana keesa taa: Beersheba, Molada, Hasar-Shuali,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fiixaan Simoonii haga bara mootummaa Daawitii qachoota Beersaabeeh, Molaadaa, Hatsarshu'aat,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachooti sanyiin Shime'ii keessa le'ane: Bersheebaa, Molaadaa, Hazarshuwaal,