1 Chronicles 4:33 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle ollowaani d'aatu jirtule ch'ufa keesafi haga dira Baalathi. Tunini lafa duri worri taufi odu worra isaani ta t'aafani jabeesani olkayani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
gandoota naannoo isaaniititti argaman keessa jiraata'aa turan; huleen isaan keessa jiraatan kun haga qachaa Baa'ilaatiiti; galmeen barreeffama fiixaa Simoonii ka maatii isaatii fi naannoon isaan keessa jiraatan qabate kana ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
haga qachaa Ba'aalaatiititti ollooti dhibiille hin jiran. Qachooti kun addee isaan keessa qubatanee fi addee isaan galmee hidda dhaloota ifii itti maffatane.