1 Chronicles 4:41 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bara hayyuuni Hezekiani lafa Yuda fide, worri maqa isaani arma keesati t'aafani kunini Gerari d'aqe, waarofi mana worra achi jiru balleese. Worri worra suni keesaa gusse achi qubate, wonti akanatiifi lafti suni marra gudda ree worra quubsu qabdi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara Hisqiyaas Yihuudaa bulcha'aa ture namoonni armaan olitti maqaan isaanii tuqame gara biyya Garaarii deemanii goom'e'ee fi daasee namoota achi jiraatanii maraa diigan; isaan gosa Kaamiitii fi worra Maa'unaawotaa sirima balleessan; horii ufiitiif lafa margaa baay'ee waan arganiif banii ari'anii hennaa dheera'aaf achi jiraatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri maqaan isaanii barreeffame kun bara Hisqiyaas mootii Yihuda'aa te'eeru dhufanee, sanyii Kaamii lolanee dunkaanii isaanii diiganee balleessanee, worra Me'unootaa ka achi jiranulle ijjumaa balleessane; tunille haga adhaatitti beekkanteerti; isaan horii ifiitiif marra achitti waan dhaggataneef, addee kolbaa saniititti qubatane.