1 Chronicles 4:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Naarani ilmaani d'iira afuri isaa dalte: Ahusamu, Heferi, Temeni, Ashitari.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ashaahuri haadha manaa ufii ta Naa'iraa jedhamtu irraa Ahuzaamiin, Oofeeriin, Teemnii fi Ashtaariin fa'a uumate; kunniin ijoollee Naa'ira'aati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Na'araan Ahuzaam, Hefer, Teyimenii fi Haa'ashtaar isaaf deette. Isaan kun ilmaan Na'araa ti.