1 Chronicles 4:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namicha toko, ka Yabeesi jed'ani, oboleyaani isaa ch'ufa ira guddo ulfeesani. Wonti haati maqa Yabeesi baafteefi, waan inni guyya d'alate guddo isi gaargalcheefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaabeetsi obboleewwan ufii keessaa nama kabajjamaa waan ta'eef haati isaa ani ciniinsuu gudda'aan isa dayeera jettee maqa isaa «Yaabeetsi» jettee itti baafte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaabez obboleeyyan ifii caalaa nama ulfinna qabu. Haati isaa, «Ani ciniinsuu jaddu'uun isa deyeera» jedhiisaan, maqaa isaa, «Yaabez» jette.