1 Chronicles 5:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kunini nama Reubeniini, angafi Yakobo d'ale. (Waan Reubeni duri gaarayu abba isa barateefi, angaftiti isaa iraa fud'aani Yusufu kennani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fiixaan ijoollee Roobeelii ilma hangafaa ka Yaaqoobii kanniin; (Roobeel waan siree abbaa ufii batteesseef mirga hangafumma'aa dhabe; mirgi sun ijoollee Yooseefiitii kennamee ture;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyiin Ruubenii ilma angaficha Israa'elii isaan kana: Ruuben ilma angaficha; ammoo waan inni gursumeettii abbbaa ifii takka woliin rafee rifanoo abbaa ifii batteeseef, angafummaan isaa ijoollee Yoseefii obboleessa isaatiif kennante; tanaaf hiddi dhaloota isaa akka angafummaa isaatitti hin barreeffanne.