1 Chronicles 5:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gochiti Gadi, gosa Reubenitini mirgaa, lafa Bashani ta haga Salekati ejite keesa teeti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gofti Gaadii hulee gofti Roobeelii jiraatuun lafa harkaan gara kaabaa irra jiru jiraata'aa turan; lafti sunillee Baasaaniin keessa yoo ta'u gara baya biiftu'uutiin haga Salaaka'aa gaya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyiin Gaadii lafa fuullee isaanii haga Saalka'aatitti lafa Baashaanii keessa leete.