1 Chronicles 5:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yoelini gudda gosa worraa, isale Shafamuti iti aana, Yanafi Shafathiti, lafa Baashani keesa, worrati aana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoo'eel gosa maraa caaluuf abbaa yoo ta'u Saafaan garuu gosa sadarkaa lammeesso'oo irratti argamtuu abba'a; Yaanaahii fi Saafaaxi gosoota biraa ka Baasaaniin keessa jiraataniif abbaa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bulchaan guddaan Yo'el; ka lammeesso'oo Shaafaam; achiin duuba Yaanaayii fi Shaafaaxille Baashaan keessa le'ane.