1 Chronicles 5:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gochiti Gadi balbala torba d'ibi qabdi: Mikaeli, Meshulamu, Sheba, Yorai, Yakani, Zia, Eberi,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Miseensi gosa hafee Mikaa'eel, Meesulaam, Saabaa, Yuraayi, Yaakaan, Zuhee fi Oobeedi jedhamanii waamaman gosa torbaa keessatti wolitti qabamanii laakkayaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleeyyan isaanii akka maatii isaaniititti: Mikaa'el, Meshulaam, Sheebaa, Yoraay, Yaakaan, Zii'aa fi Ebeer; isaan wolumatti torba.