1 Chronicles 5:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri kunini lafa Bashanitifi Gileaditifi dira d'aatu jirutifi lafa horini oolu ta Sharoni jed'ani keesa taa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
kunniin maruu bulchiinsa Baasaaniitii fi Gala'aadii qachoota didiqqaa achitti argaman akkasuma hulee margi itti argamu biyya Baasoorii keessa jiraata'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan lafa Giil'aadii keessa, Baashaan keessaa fi qachoota isi'ii keessa, lafa horii tiffatanu Shaaronii haga qaccee isi'ii mara keessa le'ane.