1 Chronicles 5:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
(Dubbi tana bara Yothamuni Yuda fideefi Yeruboamuni Israeli fide t'aafani.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Galmeen maqaa maati'ii qabate kun ka qophaaye bara mootummaa Yihuuda'aa bara Iyyoo'aataamiitii fi bara mootummaa Israa'elii bara Iyyoorbi'aam fa'a bulcha'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan kun martinuu bara Yotaam mootii Yihuda'aa te'eeruu fi bara Yerobi'aam mootii Israa'elii te'eerutti kitaaba dabarsii hidda dhalootaa keessatti barreeffamane.