1 Chronicles 5:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo hataatuti, gochiti Yuda gosa taani ch'ufa iraa jabaate hayyu iti taate.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
garuu namni banii bulchuu fi ka maraa caalaa jabaa ta'ee ka argamu gosa Yihuuda'aa keessa.)
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yihudaan obboleeyyan ifii caalaa jabaa te'ee, bulchaan sanyii isaa keessaa dhufulle, angafummaan Yoseefiif kennante.