1 Chronicles 5:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Waaqa abbadate qarqaarsa kad'ate, Waaqileeni kad'acha suni d'agaye gosa Hajiritifi goli worrale worra dabsachiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin waan amananiif akka inni isaan gargaaru isa kadhatan; Rabbillee kadhaa isaanii dhagayee worra Aggaarotaatii fi goshoota lola irratti isaan gargaaran irratti mootee isaanii kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan Waaqatti addatanee, isa daadimatanee, qarqaarsa yennaa isa gaafatane, inni isaaniif dhage'ee, Hagaarotaa fi worra isaan woliin jiru harka isaaniititti dabarsee kenne.