1 Chronicles 5:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri nyaapa suni ira, gaala kuma shantamatifi hooliye kuma d'ibba lamafi shantamatifi harrelee kuma lamatiifi nama kuma d'ibba tokole boojie.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan diintota ufii jalaa gaallan kuma shantamaa, hoolota kuma dhibba lamaaf shantamaatii fi harriin kuma lamaa booji'an; akkasuma namoota kuma dhibba tokkoo booji'anii fudhatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan horii Hagaarotaa gaalota kuma shantama, hoolee kuma dhibba lamaa fi kuma shantama, harree kuma lamaa fi namoota kuma dhibba tokko booji'anee fudhatane.