1 Chronicles 5:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan Waaqi worra qarqaareefi worri nyaapa heddu fit'e, lafa sunile fud'ate keesa tae; duuba eege nyaapa d'ibiini d'ufe worrale boojie.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lolli sun ka Rabbi fedhu waan ta'eef gosa diintota ufii keessaa namoota baay'ee ajjeesan; isaanuu haga hennaa booji'amanii fudhatamaniititti lafa irra jiraachuu jalqaban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lolli sun fedha Waaqaatiin waan te'eef, namooti hedduun ijjeefamane; worri injifatee lafa san qabate, haga bara ifiifuu booji'amaneetitti lafuma san keessa le'ane.