1 Chronicles 5:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri gosa Manase, ka ilaboru lafa Baashani, haga Baal-Hermoni qubate Senirifi gaara Hermoniti eje, achiti worri hore lafa ira dabre.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen gosa Minaase'ee wodhakkaan biyya keessa taa'anii Baasaanii jalqabee haga Ba'aal- Heermoonii, Saaneerii fi haga gaara Heermoonii horanii badhatan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan gamisa gosa Minaase'ee bacaan ta karaa aduun baatuu, Baashaanii haga Ba'aal-Hermoonii, haga Seniiriitii fi haga gaara Hermooniititti qubatanee le'ane.