1 Chronicles 5:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo worri Waaqa ababoota isaaniti ch'ubbame, isa iraa gorre waaqa worra gosa d'ibi, ka Waaqi duri worra duraa gusse, kad'ate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan waaqa abboota ufii yakkan; waaqolee ormaa ka Rabbi isaan afo'oo balleesseen seebaran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee isaan Waaqa abbootii ifiititti addatiisa lakkisanee, waaqota kolbaa lafa sanii ta Waaqi fuula isaanii duraa balleessee waaqonfatane.