1 Chronicles 5:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bela, ilma Azazi, ilma Shemaya, ka balbala Yoeli worri balbala tana kunini Aroerifi lafa artini mirga, ta qajeela Nebotifi Beala Meoni, keesa taa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gosa Iyyoo'eeliitii Beelaa ilma ilma Shama'aa ta'e ilma Azaazii fa'a; huleen gofti kun keessa jiraata'aa ture, Aroo'eeri, achiin gara kaabaatiin haga Naabooniitii fi haga bulchiinsa Ba'aalba'oonii jiraata'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
abuuboo Yo'elii akaakoo Shema'aa ilma Aazaazii Bela'a. Isaan kun lafa adaala qachaa Aro'eriitii jalqabanee karaa kaabaatiin haga Nebootii fi haga Ba'aal-Me'oniititti qubatane.