1 Chronicles 5:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri hori gudda qaba, lafa Gileadi keesa, tanaafi lafa haga lafa gamooji ta ilaboruti ejite haga galaana Efratiti Ejitu ch'ufa fud'ate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan biyya Gala'aadii keessatti bayima gobbuu loonii waan qabaniif karaa baya biiftu'uutiin haga laga Efraaxisii lafa gammoojji'ii ka duwwaa jiru maraa qabatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Horiin isaanii lafa Giil'aadii keessatti waan horeef, isaan karaa aduun baatu, seensuma lafa goomole'eetii haga laga Efraaxiisii qabatane.