1 Chronicles 6:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Azaria (ka Mana Waaqa ka Solomonini Yerusalemuti jaare keesa hojate).
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yohaanaan Azaariyaasiin uumate; Inni gadicha mana woyyuu Solomoon mootichi Yerusaalemiin keessatti ijaaretti gadicha ta'ee hojjata ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yohaannaan Azaariyaa uumate; Azaariyaan kun ka hayyicha te'ee, Galma Waaqaa ka Solomoon Yerusaalemitti ijaare keessa tajaajile.