1 Chronicles 6:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa AABBO Waaqi worra Yudatifi ka Yerusalemu harka Nebukadreza kenne, Nebukadrezani Yehozadakile boojie.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi hennaa biyya Yihuuda'aatii fi Yerusaalemiin mootii Naabukadanatsooriin mooyachiise, Iyyooseedeeqillee booji'amee isaan woliin deeme.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa Mootiin Waan Maraa, kolbaa Yihuda'aatii fi Yerusaalemii harka Nebukadnezaariititti akka booji'antu godhe, Yozaadaaqille isaan woliin booji'amee deeme.