1 Chronicles 6:33 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kunini worra huji suni gaafasi fohatanifi d'aloota worra: Worri balbala Kohathi kana: Hemani, ilmi Yoeli abba siribdu qara. Worri inni keesaa d'alate. Haga Yakobooti assi, kana: Yoeli, Samueli,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fiixaan namoota hulee kanatti ramadamanii hojjatanii kanniin. Ijoollee Qaatii keessaa faarfataa Eemaan ture; Fiixaan hortee Eemaanii akkaataa kanaan hortee Yaaqoobii bira gaya; isaan Eemaan, Iyyu'eel, Saamu'eel,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti ilmaan ifii woliin tajaajilane asii gad jiran: Fira Qehaatii keessaa, faarfataa Hemaan; inni ilma Yo'elii ti; Yo'el ka Saamu'elii,