1 Chronicles 6:39 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Asafuni abba sirbitu lameeso. Worri inni keesaa d'alate, haga Lawiti asi, kana: Asafu, Berekia, Shimea,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni faarfattoota garee cinaa mirgaatiin faarfatan masakku Asaafi; fiixaan maatii isaa akka armaan gad jiru kanaan hortee Leewwi'ii bira gaya; isaan Asaafi, Barakiyaa, Saamaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleessi isaa Asaaf, gara midda isaatiin dhaabbatee tajaajilaayyu. Asaaf ilma Berekiiya'aa ti; Berekiiyaan ka Shime'aa,