1 Chronicles 6:44 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ethanini, ka balbala Merari, abba sirbitu sadeeso. Worri inni keesaa d'alate, haga Lawiti asi, kana: Kishi, Abdi, Maluki,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni garee faarfattootaa ka gara cinaa bita'aatiin jiran masakku ka sadeesso'oo ilma Meeraarii Eetaani; fiixaan maatii isaa akkaataa armaan gadiitiin haga Leewwi'ii gaya; isaan Eetaani, Qisaa, Abdii, Maalooki,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fira Meraarii keessaa worri gara bita'aatiin isaan woliin jiru: Etaanii ilma Qiishii ti. Qiish ka Abdii, Abdi ka Maluukii,