1 Chronicles 6:48 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra gosa Lawi kaani d'ibi huji d'ibi Waaro Woyyuma kennanifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Leewwotaa ka obboleewwan isaanii mana woyyuu Rabbii keessatti akka hojjataniif kennaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lewwooti dhibiin, dunkaanii dhugaa bayaa ta Galma Waaqaa keessa hujii dhibii mara akka hujanu ramadamane.