1 Chronicles 6:49 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Harunifi nami inni d'ale ch'ufti hit'aana aarse, sorio waan mesa fakaata irati guyya ch'ufa gube baase. Wonti Fulla Fulla Ch'ufu Ira Qulqullooti tolchanifi hujiini sorio Waaqi daba Israelitini baasu ch'ufti ta worrati. Worri huji tana ch'ufa dubbi hojatuni Waaqa Musani worrati hime gula hojate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Aaroonii garuu akkuma garbichi Rabbii Muuseen isaan ajajetti hujii mana woyyu'uu hulee woyyittii woyyootaa maraa waan worra Israa'eliitiifillee dhiifamsa cubbu'uutiif ciincaa waan cubbu'uutiif ciincawu hulee hixaana irratti ciincessan irratti ciincessa'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tajaajilaan Mootii Waan Maraa Muuseen akkuma ajajetti Aaronii fi sanyiin isaa, Israa'eliif gumaa cubbu'uu tolchiisaaf, hujii Addee Irra Caalaa Woyyittii keessatti hujantu maraaf, kennansa addee ciinca'aa irratti gubamuu fi kennansa addee hixaanni itti aarfamu irratti dhikaatuufille itti gaafatantoota te'ane.