1 Chronicles 6:57 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dira kana ilmaani Haruniti kennani: Hebroni, dira iti baqatanifi Yatiri, ammalle Libna, Istoma, Holoni, Debri, Ashani, Beth-Shemeshifi lafa d'aatu ta horini oolule.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoollee Aarooniitiif qachoota dhaqanii keessatti dhokatan Keebroonii fi hulee horii itti bobbaafatan kennaniif
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyiin Aaronii akka itti baqatanuuf qachooti isaaniif kenname: Kebroon, Liibnaa, Yaatiir, Eshtemo'aa,