1 Chronicles 6:61 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dira kud'ani, ka lafa worra gosa Manase ta ila adu, worra balbala gosa Kohathi, ka hafe, hit'aani qoodanifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoollee Qaatii worra hafan akkaataa gosa isaaniitiin qachoota kudhanii wodhakkaa gosa Minaase'eetii kennan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fira Qehaatii worra hafeefille, qooda lafa gamisa fira Minaase'ee keessaa qachooti kudhan kennamaneef.