1 Chronicles 6:62 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Balbala gosa Gershoni, worra worraani dira kud'ani sadi lafa Isakaritifi ta Asheritifi ta Naftalitifi ta Manase ta lafa Baashani, jirtu, kennanifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoollee Geedsooniitiifillee akkaataa gosa isaaniitiin gosa Yisaakoorii keessaa, gosa Aseerii keessaa, gosa Niftaalemii keessaa, gosa Minaase'ee ka biyya Baasaanii keessa jiru keessaa, qachoonni kudha sadihii isaanii kenname.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fira Gershoomiitiif akka maatii maatii isaaniititti, kutaa lafa fira Yisaakorii, lafa fira Asheerii, lafa fira Niftaalemii keessaa, lafa gamisa fira Minaase'ee ta Baashaan keessaa keessalle'ee, qachooti kudhanii sad kennamaneef.