1 Chronicles 7:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tolani ilmaani d'iira jaa qaba: Uzi, Refaya, Yerieli, Yaamae, Ibsamu, Shemeli, worri kunini abbooti worra balbala gosa Tola; ammalle worri worra woraana jajaba, ka gura qabu. Bara Daudini lafa fide, nami worri kuni hore, nama kuma diddami lamatiifi d'ibba jaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Tolaan ijoollee dhiiraa jaha uumate; isaanillee Uuzi, Rafayaa, Yiri'eel, Himaayi, Yibsa'aa fi Shaamu'eel; abboonni maatii Tola'aa fiixaan isaanii worra jajjaba'aa fi ka baallii qaban tura; bara mootichi Daawiti jiru baay'inni isaanii kuma lamaa fi dhibba jaha ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmaan Tola'aa: Uzii, Refaayaa, Yerii'el, Yaahimaay, Yibsaamii fi Shemu'el; isaan loltoota gootota sooressitoota gosa maatii Tolaa ti. Bara mootummaa Daawitii keessa sanyiin isaanii kuma diddamii lamaa fi dhibba jaa.