1 Chronicles 7:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Zabadi, Shuthela, Efraimuni ilmaani tana male ilmaani d'iira d'ibi lama qaba: Ezerifi Eleadi; worra kana lamaani, gaafa worri looni gosa Gathi hatu d'aqe, fit'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Tahaati Zabaadiin uumate; Zabaadi Shutulaa uumate; Efreem Shutula'aan alattillee ijoollee dhiiraa lamaan Eedirii fi Eelaadiin uumate; Isaan uduu horii isaanii hata'aaran arganii worri Geetii isaan ajjeesan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tahaat Zaabaadii fi Shutelaa uumate. Ezerii fi El'aad horii worra biyya Gaatii hatiisaaf yennaa gad bu'ane worri biyya sanii isaan ijjeese.