1 Chronicles 7:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abbaani worraa, Efraimuni, guyya heddu worraa bohe ammo oboleyaani isa d'ufte iraa hambifte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abbaan isaanii Efreem waan guyyaa baay'ee isaanii gaddeef obboleewwan isaa isa jajjabeessu'uuf gara isaa dhaqan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaan isaanii Efreem guyyaa hedduu isaaniif gadde; worri isaa dhufee isa jajjabeesse.