1 Chronicles 7:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni ammalle ilma d'ibi niiti isaa iraa d'ale, maqa Beria baaseefi, maro worri isaani guddo gaargala argateefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Efreem haadha manaa ufii bira gaye; isiinillee ulfooftee ilma deetteefii waan mana isaa keessatti rakkoon uumameef Bari'aa jedhee maqaa itti baase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Efreem haadha manaa ifii woliin rafee, isiille ulfoottee ilma isaaf deette. Rakkinni maatii isaa waan dhaqqabeef, «Berii'aa» jedhee maqaa isa baase.