1 Chronicles 7:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo ilmaani Manase dira Beth-Shanifa ka Taanakifa Megidofa Dorifi dira d'aatu jiru ch'ufa mohatti. Amma ilmaani Yusufu, ka ilma Yakobo, lafa tana ch'ufa keesa teeti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fiixaan Minaase'ee Beetishaan, Taa'inaag, Magidoonii fi Doori; akkasuma qachoota didiqqaa naannoo isaaniititti argaman bulchiinsa ufii jala taasisan; kunniin maruu hulee fiixaan Yooseefii ilma Yaaqoobii keessa jiraatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Karaa meessaa sanyii Minaase'eelle'een qachaa Bet-Shaanii, qachaa Ta'ana'aatii, qachaa Megidootii fi qachaa Doorii olloota adaala isaanii jiranu woliin. Sanyiin Yoseefii ilma Israa'elii qachoota kana keessa le'ane.