1 Chronicles 7:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri nad'eeni heddu fuud'e, ijoolle aka biyye tana d'ale, tanaafi nami kuma sodomi jaa, ka huji woraana barsiisani, gosa suni keesaa bahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan haawwota manaa baay'e'ee fi ijoollee baay'ee waan qabaniif fiixaa isaanii keessaa namoota duula gayan namoota dhiiraa kuma soddomii jaha dhiyeessuu hin danda'an ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan niitolee heddu'uu fi ilmaan hedduu waan qabanuuf, akka galmee hidda dhaloota maatii isaaniititti loltoota lolaaf qophowane, kuma soddomii jaa qabaniiyyu.